Poortaalii:Ispoortii

Oduu Sportii
Fakkii Fillatame - Frank Lampard - Chelsea

Oduu Fillatamee[edit | Lakkaddaa gulaali]

  • Taphataan gidduu Chelsea Frank Lampard (Fakkii Mirgaa) kontrata waggaa 5niin Chelsiit hafuu danda'erra.
  • Barclay's Premier League Aug 16 jalqabba.
  • Dakkataa bishaan USA kan ta'ee Michael Phelps Beijing Olympics kessatti taphaa ademsisaa tureen medalii warqii Olympiksii bayee fudhachuun rekordii cabserraa.
  • Seremoniin banaa (opening ceremony) kana 2008 Summer Olympicsii stadiomii Beijing National kessatti ademsifame.
  • Green Bay Packers 17, Cincinnati Bengals 20. Taphaa kana irratti QB haraa kan ta'ee Aaron Rogdersiit taphatee.

Kubbaa Milaa (Soccer)[edit | Lakkaddaa gulaali]

  • Barclay's Premier League Aug 13
  • Taphataan gidduu Chelsea Frank Lampard kontrata waggaa 5niin Chelsiit hafuu danda'erra.

  • Olympics Football (Soccer)-Men Aug 7
    • Group B: Netherland 0-0 Nigeria
    • Group D: Honduras 0-3 Italy

Kana biraa dubisuf kana banii.

  • Female Aug 6
    • Group G: Japan 2-2 New Zealand
    • Group G: Norway 2-0 USA

Kana biraa dubisuf kana banii.

Olompiksii[edit | Lakkaddaa gulaali]

Beijing Olympics Aug 12

Basketball[edit | Lakkaddaa gulaali]

  • Women's Tournament Olympics Basketball Aug 11
    • Group A: New Zealand 62-85 Spain

Kan hafee dubisuuf kana banii

  • Men's Tournament Olympics Basketball Aug 10
    • Group A: Lithuania 79-75 Argentina. Kan sekendiin 2.1 hafetti Linas Kleizan tuqaa sadii argachuudhaan akka Lithuanian, Argentinaa caltee mo'achuu dandettu godherraa.

Kan hafee dubisuuf kana banii

Ce'umsa (Racing)[edit | Lakkaddaa gulaali]

  • Nascar Sprint Cup Aug 10
    • Watkins Glen, NY, USAt kan ademsifame irratti kan mo'ataan
      • 1. Kyle Busch
      • 2. Tony Stewart
      • 3. Marcos Ambrose

Nascar Sprint Cupiin dhumachuf Ce'umsaa afuritti hafaa.

American Football & Rugby[edit | Lakkaddaa gulaali]

  • NFL Aug 11

  • Rugby Union Aug 9
    • Taphaa Johannesburg kessatti godhamee South Afrikaan, Argentina 63-9 mo'atterra. Kuniis kan ta'ee yeroo Nelson Mandelan guyyaa dhalotaa isaa 90ffaa ittii gegessaa turettii.

Volleyball & Hockey[edit | Lakkaddaa gulaali]

Baseball & Cricket[edit | Lakkaddaa gulaali]

Cricket Aug 11

  • Taphaa cricket ademsifama turee irratti
    • Taphaa sadeen walittii anee taphatamuu Sri Lankan 2-1n India mo'atee.
    • South African immoo England 2-1n mo'atterra.

Golf & Others[edit | Lakkaddaa gulaali]

PGA Golf Aug 10

  • PGA Tour and European Tour - PGA Championship kan Bloomfield Hills, Michigan kessatti ademsifame irratti, dhalattaa Italy kan ta'ee Padraig Harringtoniin, Ben Curtis (USA) fi Sergio Garcia (Spain) mo'aterra. Kunii immoo ergaa 1930 taphatta Europe kessaa PGA Championship mo'achuun isaa jalqabaa godhaan.

Dieser Artikel basiert auf dem Artikel Poortaalii:Ispoortii aus der freien Enzyklopädie Wikipedia und steht unter der Doppellizenz GNU-Lizenz für freie Dokumentation und Creative Commons CC-BY-SA 3.0 Unported (Kurzfassung). In der Wikipedia ist eine Liste der Autoren verfügbar.